Isaiah 17:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Israeliini oobru mid'aani murani iraa galchani fakaati, akuma oobru bale Refaimu ta golgolani jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma ka haamu midhaan dhaabatu wolitti qabee; qaranaa harkaan haamu; kunillee akkuma qarmii dhooqa Raffaayimiitii guuranii ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akka fichaa midhaan irraa haamamee, akka dhooqa Refaa'iimii ta woxoo keessaa qocataneelle hin te'a.