Isaiah 17:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri deebie waan sorio irati baasani, ka harka ufiitini mid'aasani, inabdatu, yokhaani waan ufiini mid'aasani inheregatani — akheekha waaqa Ashera jed'anitifi waan hit'aana irati aarsani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara meeshaawwan harka ufiitiin hojjatanii hin laalan; gara hulee ciinca'aa ka harka ufiitiin hojjatanii ka hixaana itti dhiyeessan; utubaawwan waaqeffanna'aa ka asheera'aatii; ulfinna hin kennan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gara addee ciinca'aa ta harka ifiitiin hujatanee, gara utuboota waaqa dharaa ta, «Asheeraa» jedhantuutii fi gara addee hixaanaa ta harka ifiitiin hujataneelle hin ilaalanu.