Isaiah 18:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani nami lafa keesa jiru ch'ufti ch'aqasa! Fiit'e gaareeni gubbaa baandera old'aabani ilaani barbaada! Magalata d'au jirani ch'aqasa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin banii adunya'aa; worri ardii irra jiraattan maruu; gaarran irratti malkata fannifame argitan; hennaa xurumbaa afuufan hin dhageettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin kolbaan biyya lafaa marti, ta lafa irra leetanu, yennaa baandiraan gaarota irra dhaabamu hin dhaggitan; tultullaan yennaa afuufamulle hin dhageettan.