Isaiah 18:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan nani jed'e, Akuma fit'eesi hojja mid'aani murani halkani laanuma d'ufu, yokhaani akuma aduuni guyya gudda aka male owitu, anini akasuma laanuma gubbaa gadi laala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana naan jedheera; «cadhisee taa'a; akka oo'a adu'uu ka hulee ufiitii ifuu; akka duumessa oo'a haama'aa keessa bu'ee ta'ee laala.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa anaan, «Ani addee leetoo tiyyaa irraa, akka ifa o'a adu'uu keessaa calalaquu, o'a yennaa haamma'aa keessa akka duumensa karfaffu'uu, cadhi jedhee gad hin ilaala» jedhe.