Isaiah 18:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato mid'aani zabibu inguurre, ka daraaraani ch'ufi bue mid'aani bilchaachu jirani, nyaapi d'ufe worra Kushi suni balleesa, akuma billa, dame mukha zabibu yoosu kutu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haama'aan dura yoo hennaan abaabo'oo lufe; yoo abaaboon akka daraaraa woyini'ii ka gayee ta'e; ka gaalee woyini'ii irratti biqile maqasi'iin cira; damee irraa kukkutee balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Midhaan woyni'ii adoo hin galchiniin dura, muki woyni'ii daraaraa yennaa buufatu, midhaan woyni'ii yennaa bargoo te'u, billowaan gaaleen isi'iitii fi dameeleen isi'ii irraa muranee akkuma gatamanu, inni kolbaa biyya sanii hin balleessa.