Isaiah 19:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini d'aamsa waan lafa Misiri d'aamani. AABBO Waaqi hurrise dumansa gubba lafa Misiriti d'ufuu jira. Wonti harkaani boch'ani, ka worri Misiri kad'atu, isa durati holate, garaani worra Misirileeni isa durati laafa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbii waan Misiriitiif dubbatame; Kunoo Rabbi duumessa ariifataa irra taa'ee; gara Misirii dhufa; waaqoleen tolfamaan Misirii isa afo'otti hollatan; onneen worra Misirii isaan keessatti baxxi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergaan marroo biyya Gibxi'ii ta asii gad jirtu: Mootiin Waan Maraa duumensa ariifata'aan gara biyya Gibxi'ii dhufiisatti jira; waaqoti dharaa ka biyya Gibxi'ii isa duratti hin sheephisan; gadhaan kolbaa Gibxi'ii hin sheephisa.