Isaiah 19:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Farao, nami qalbi qabu, ka mala sii d'au, kaani meeti? Hegeri worri waan AABBO Waaqi guddaani worra Misiriti malate siti hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogeeyyiin keessan amma eessa jiran? Rabbi Gooftaan banii maraa; waan biyya Misiriititti yaade; mee isinitti haa mudhisanii; isinitti haa beessisanille'ee;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Fara'oon, qarooleen teeti eessa jiran? Isaan waan Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, biyya Gibxi'ii irratti yaade sitti himanuu ti.