Isaiah 19:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi yayu herega daalluma worrati buuse, tanaafi worri Misiri waan ch'ufa yake, aka nama machae diddiga ufi keesati jijiga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi hafuura hadoochu isaanitti jisseera; akkuma machaayaan haqqee ufii irra maru; Misiriinillee waan gootu maraan akka gatantartu godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ayyaana isaan joonjessu isaanitti buuse; isaan akka nama machowee adaala diddiga ifii tittimuu, biyyi Gibxi'ii waan gootu maraan akka tintintu godhaneeran.