Isaiah 19:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani ind'ufa, ka worri Misiri aka nad'eeni wo sodaate, hojja AABBO Waaqa gudda, ka harka ufi d'eerefate worra d'aanu argu, mudame hollatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaan baniin biyya Misirii sodaatanii akka dubarti'ii ta'an hin dhufa; hennaa Waandhi banii maraa isaan adabu'uuf hunna ufii mudhisu sodaatanii hollatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara dade, worra Gibxi'ii adabiisaaf harka ifii yennaa ol fuudhu, Guyyaa san isaan akka dubarti'ii hin te'an; sodaataneelle hin romman.