Isaiah 19:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Misiri worra Yuda sodaata, hojja waan AABBO Waaqi guddaani worra tolchu fed'u qaabatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin biyya Yihuuda'aa banii biyya Misirii naasisan; wonti kun ta'uuf Rabbi Waandhi banii maraa akka isaan adabu waan beekaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyyi Yihuda'aa biyya Gibxi'ii hin bararassiti; sababa Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade biyya Gibxi irratti waan hantuu yaadateef, nami maqaa Yihuda'aa dhage'u marti hin bararaqa.