Isaiah 19:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni diri shani ka Misiri afaani Ebrania dubbate, maqa AABBO Waaqa guddatini wo kakhata. Dira suni tokooni, dira Aduu jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san biyya Misirii keessatti qachoota shanii ka afaan biyya Kana'aaniitiin dubbatan worra maqaa Rabbii Waaqa Israa'eliitiin kakatan ta'an qachoota kanniin keessaa qachaan takka «Qachaa badi'ii» jedhamtee waamamti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san qachooti biyya Gibxi'ii keessa jiranu shan, ka afaan Kana'aanotaa dubbatanu, maqaa Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dadeetiin hin kakatan; qachoota kana keessaa tokkochi, «Qachaa badi'ii » hin jedhama.