Isaiah 19:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woni sunini lafa Misiri keesa akheekha aka AABBO Waaqi lafa suni keesa jiru nama garsiisu. Hojja worra achi tau dabsani worri qarqaarsa AABBO Waaqa kad'atu, inni nama worra baasu iti erga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun Rabbii Gooftaa banii maraatii fi biyya Misirii jiddu'utti raga'aa fi malkata ta'a; isaan sababaa worri isaan rakkisu waan isaan miidhaniif Rabbitti iyyatan; innillee qorichaa fi hunna isaanii ta'ee isaan oolcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tun lafa Gibxi'ii keessatti Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dadeef beessisaa fi dhugaa baya hin teeti; sababa worra isaan cunqursuutiif yennaa isaan gara Mootii Waan Maraa iyyanu, inni fayyisaa isaaniif loluu fi ka diina jalaa isaan baasu isaaniif hin erga.