Isaiah 19:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi worra Misiri ufi garsiise, duuba worrileeni isa hubate, isa yaamate, soriofi waan d'ibi isaa baasanini d'ufa. Ammalle worri isati kakhate kakhu suni guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Rabbi biyya Misirii maraa keessatti hin beekkama; worri Misiriillee isa beekan, ciinca'aa fi kennaa gara garaatiin isa waaqeffatan; Rabbii woreega galanii waan woreega galan san raawwatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa worra Gibxi'iititti ifi hin mudhisa; guyyaa san worri Gibxi'iille isa hin beekan; isaan ciinca'aa fi kennansa midhaanii isaaf dhikeessiisaan isa hin waaqonfatan; isaan waadaa isaaf hin galan; waadaa saniille hin muummessan.