Isaiah 19:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi worra Misiri ingaargalcha, ammo eege infayyisa. Worri isati deebie, inni kad'acha worraa d'agayeefi worra fayyisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi biyya Misirii hin adaba; garuu deebisee isaan fayyisa; isaanillee gara isaa deebi'an, innillee kadhaa isaanii dhagayee isaan oolcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa worra Gibxi'ii hin adaba; achiin duuba ammoo isaan hin fayyisa; isaan gara isaa hin deebi'an; innille daadimata isaanii dhage'ee, isaan hin fayyisa.