Isaiah 19:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani worra eebise waan jed'u, Ee, gumi tiyya ta Misiri, isani eebisa; ee, Worra Ashuru ka anini uume isani eebisa; ee, Israeli gumi anini fohad'e, isani eebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan banii maraa «Baniin kiyya Misiri; Asoori hujii harka kiyyaa, ristiin kiyya Israa'el haa eebbifamu» jedhee isaan eebbisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, «Kolbaan tiyya ta biyya Gibxi'ii, kolbaan biyya Asoorii ta ani harka kiyyaan dade, kolbaan Israa'elii ta ani filadhelle ka eebbifamane te'anuu ti» jedhee hin eebbisa.