Isaiah 19:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini mala worra Misiri balleese garaa worraa yaka. Worri waan harkaani boch'ani kaani wo gaafate, falfaltule d'aqe, ekherale gorsa iraa fud'ata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Onneen worra Misirii hin hatamti; karoora isaaniillee duwwaa taasisa; isaan waaqolee tolfama'aa fi worra ekeraa waamu; worra ekeraa waamuu fi mortuu; gorsa gaafata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Gibxi'ii guddoo hin sodaata; karoorri isaaniille akka hin muummonne hin godha; isaan waaqota dharaa, ayyaana ekera'aatii fi worra ekeraa dubbisu irraa gorsa hin gaafatan.