Isaiah 2:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti Isayaani, ilmi Amozii waan Yudaafi Yerusalemu arge tana:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin ilmi Amootsii Isaayyaas waan biyya Yihuuda'aatii fi waan qachaa Yerusaalemii dubbate kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Amosii Isaayaas marroo Yihuda'aatii fi Yerusaalemii waan asii gad jiru dhagge.