Isaiah 2:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti goda d'akha keesati d'okhate, yokhaani lafa keesati boola qotani aka dallansu AABBO Waaqa dura baqatani, jabeennaafi guddinna isaa duraa bahani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sodaachisaa Rabbii; gaachena isaa irraa dheessi; gara godaawwanii dhaqi; lafa jalatti dhokadhu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aarii Mootii Waan Maraatii fi hunnaa isaa guddoo duraa gara rassa'aa dhaqa'aatii, lafa keessatti dhokadha'a.