Isaiah 2:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kiyyiba nama ira kutani saadu nami ufi saadule iraa balleesani. Waan harkaani boch'ani kad'atani qulqullumaa lafaa d'abani, guyya suni AABBO Waaqa ch'alla guddisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uf jajuun namaa hin bada; boonuun namaa hin kufa; guyyaa san Rabbiin calla'atu mooya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ifi saaduun namaa hin baddi; koorri namaalle hin hafa; guyyaa san Mootii Waan Maraa qofatti ulfinnaan ol ol jedha.