Isaiah 2:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti goda d'akha keesati d'okhati yokhaani lafa keesati boola qotatti, aka dallansu AABBO Waaqaa duraa baqatani, jabeennaafi guddinna AABBO Waaqa duraa bahani, gaafa inni lafa chochoosu d'ufu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Rabbi ardii raasu'uuf ka'u; namoonni sababaa sodaachisaa isaatii fi gaachena isaatiif; gara dhooqa godaa, gara boolla lafaatitti dhokachu'uuf fiigan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Mootiin Waan Maraa biyya lafaa tachoosiisaaf ka'u, namooti aarii isaatii fi hunna isaa guddoo duraa gara goda rassa'aatii fi boolla lafaa hin baqatan.