Isaiah 2:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja AABBO Waaqi lafa chochoosuu d'ufu, biyyiti boolafi goda d'akhaati d'okhati, aka dallansu isaa duraa baqate, jabeennaafi guddinna isaa duraa baatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Rabbi ardii raasu'uuf ka'u; namoonni sababaa sodaachisaa isaatii fi akkasuma gaachena isaatiin gara goda dhaga'aa, goda dhaga'aa ka baqaqe keessa fiiganii seenan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Mootiin Waan Maraa biyya lafaa tachoosiisaaf ka'u, namooti aarii isaatii fi hunna isaa guddoo duraa goda rassa'aatii fi dho'a rassa'aa keessa hin seenan.