Isaiah 2:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hafuuruma, maani keesa jira? Tanaafi maani ira gula yaatani isa d'ugeefatani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama akka hafuuraa hunna hin qabne hin abdatinaa'a; sirima waan namaa tolu hin qabu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama du'u ka hafuurri isaa funnaanirra jirutti hin addatina'a; inni bu'aa hin qabu.