Isaiah 2:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jettu, koota, gaara AABBO Waaqaa olkorre, Mana Waaqaa Yakoboo d'anna, aka inni kara ufii nu barsiise, nu daandi isaani gula yaanu. Wonti akanatiifi dubbini AABBO Waaqaa Yerusalemu keesaa baati, Seeri isaaleeni Sioni iraa d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin hedduu dhufanii akkana jedhan; «Koottaa'a; gara gaara Rabbii gara mana woyyuu Waaqa Yaaqoobii haa baanuu; Inni karaa ufii nu barsiisa; karaa isaa keessa deemna; Seerri Tsiyooniin keessaa; dubbiin Rabbii Yerusaalemiin keessaa waan bayuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kolbaan hedduun dhuttee, «Xiyoon keessaa seerri, Yerusaalem keessaalle'ee jechi Mootii Waan Maraa waan bayuuf, karaa ifii akka inni nu barsiisuuf, nuutille daandii isaa irra akka ideennuuf, kowa'a gara gaara Mootii Waan Maraa, gara Galma Waaqa Yaaqoobii ol baanaa!» hin jetti.