Isaiah 2:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gosa woldidu wolti araarsa. Worri goraade maarasha tumate, woraana haamtu tolfata. Gochiti deebite woraanani wolinhaatu, deebiani waan lola barattani woli inhad'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni banii jiddu'utti murteessa; wolii galtee dhabuu namoota hedduu hin balleessa; isaan guraadee ufii tumanii gara maarasha'aa, woraana ufiillee gara haamtu'uu deebisan; baniin bani'itti guraadee hin kaasu; ammaa achi lola hin baratan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gosa biyya adda addaa oddu'utti muraa kennee, wolii gala dhaba kolbaa heddu'uulle hin balleessa. Isaan shallaagaa ifii tumanee qottoo, eboo ifiille haantuu hin godhatan; gosi biyya adda addaa shallaaga'aan wolitti hin kaatu; isaan deebi'anee lola hin baratanu.