Isaiah 2:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, atini gumi tante ilmaani Yakobo ya lakifte! Lafti yayu falfala ilaborutiifi ka worra Filistitiini guutamte. Biyyitileeni aada gosa d'ibii gula yaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii kee ka mana Yaaqoobii ta'e hin dhiifte; isaan waaqeffannaa gatii hin qabne ka namoota baya biiftu'uutiin waan guuttamaniif; akka worra Filisxeemii falfala hojjatan; banii ormaa woliin harka dhayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ati kolbaa teeti sanyii Yaaqoobii lakkitteerta; isaan moruu worra gara aduun baatuutiin guutamanee, akka worra Filisxeemotaa moran; orma woliin harka dhowan.