Isaiah 20:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira Ashdodi kaani qabani jennaani AABBO Waaqi waan jed'e. Hojattuuni tiyya Isayaani haga ganna sadi kobeefi woya male qulla qunquma deema. Tunini akheekha waan lafti Misiritiifi ta Kushi iti deemtu garsiisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkuma garbichi kiyya Isaayyaas biyya Misiriitii fi biyya Itoophiya'aa keessatti woggaa sadihiif malkataa fi waan baasaatiif qulla'aa fi kophee malee deeme,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa, «Beessisaa fi ifi eeggachiisiisa biyya Gibxi'iitii fi Itoophiya'aa, tajaajilaan kiyya Isaayaas qullaa ifiitii fi kophee miila ifii baafatee woggaa sad akkuma ideeme,