Isaiah 20:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni Ashuru nama inni lafa lamaani suni keesaa boojie ch'ufa qulla boojie itiini d'aabata. Worri sunini, diqaafi guddaleeni, kobeefi woya male qulla yae huddu ufi mullise akasiini worra Misiri ch'eersa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkasuma mootiin biyya Asoorii boojuu biyya Misiriitii fi ka biyya Itoophiya'aa, jaarsaa fi ka'imman qullaa hafanii kophee lukaa baafatanii akka gara rakkinna biyya Misirii dhaqan isaan godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akkasuma mootiin biyya Asoorii worra Gibxi'ii qabatee, worra Itoophiya'aa booji'ee, dargaggootaa fi jaarsolee qullaa isaanii, kophee miila isaanii irraa baasee, hudduu qullaa isaan oofee hin ideema; maarre worri Gibxi'ii hin qaanowa.