Isaiah 20:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni nami Filisti ka afaani Baariini tau waan jed'u, Me, worra nu abdane waan worri hayyu Ashuru nura d'owu seene waan inni tahe ilaala! Duuba amma nu kara kamiini duraa baana re?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san worri galaana ladda jiraatan ‹Nu'u mootii biyya Asoorii jalaa oolu'uuf abdiin keenna ka gargaarsa argachu'uuf gara isaanii dheessine kana, nullee attamiin jalaa baana?» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san worri qarqara Abbaaya'aa le'u, ‹Kunoo, worri nuuti mootii biyya Asoorii jalaa akka nu baasanuuf addannee, qarqaarsaaf itti baqanne eega akkas te'e, nuuti attamiin isa jalaa baana ree?› hin jedhan» jedhe.