Isaiah 21:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini d'aamsa waan Babiloni d'aamani. Akuma bubbeeni lafa gamooji bubbifte waan ch'ufa hartu, badiini lafa soda qabdu iraa d'ufte wo balleesiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin daangaa galaana lafa gammoojji'iititti dubbatame; akkuma haboonbolattiin kibbaa haxaaya'aa dhufu; worri reebu biyya worra nagaya booreessuutii; lafa gammoojji'iitii dhufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergaan marroo lafa goomolee qarqara Abbaaya'aa ta asii gad jirtu: Akkuma hobonbolattiin gara kibbaa irraa haxowaa dhuttu, akkasuma lafa goomole'ee ta nama sodaachittu irraa badiin hin dhutti.