Isaiah 21:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini d'aamsa waan Edomu ka d'aamani. Nami Edomu toko na yaame waan nani jed'u, Nama lafa eegu, lafti yoomi bariiti? Halkani yoomi alaa hobaani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin waan Eedoomiitiif dubbatame; namni tokko Seeyirii na waamee; «Eedduu'u! bari'iif hennaa hagamtu hafe? eedduu'u! bari'uuf hennaa hagamtu hafe?» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergaan marroo Edoomiitiif dubbatante asii gad jirti: Nami tokko Edoom irraa na waamee, «Eeddicha! Halkan kun yoom bari'inna? Eeddicha! Halkan kun yoom bari'inna?» naan jedhe.