Isaiah 21:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jed'uuni, lafti ya bariu geete, ammo aduuni inuma d'iiti, yo ammalle gaafachu feete deebii gaafad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka eegullee deebisee, «Hin bari'a; garuu deebi'ee dhiya; yoo gaafachuu barbaaddan gaafadhaa'a; garuu deebi'a'aa koottaa'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eeddichille deebisee, «Halkan hin bari'a; ammoo deebi'eelle hin dhiya; waan gaafattu yoo qabaatte deebi'ii koyiitii gaafadhu!» jedhe.