Isaiah 21:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini d'aamsa waan lafa Arafti ka d'aamani. Isani worri Dedani, ka lafa gamooji ta Arafti qubatu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbii waan biyya Arabaa dubbatame; isin worri bosona Arabaatitti quphattan; daldaltoonni Diidaanii Siraara'aa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergaan marroo biyya Arabaa ta asii gad jirtu: Ee isin daldaltooti Dedaanii, worri daggala Arabaa keessa qubattanu,