Isaiah 21:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nama d'eebu qabu ka isaniini bahu ch'ufa bisaani obaasa. Isani worri lafa Temaleni, nama baqate isaniini bahe sagale kennaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra dheebotee bisaan fidaa'a; worri Teemaaniin jiraattan; baqattootaa nyaata fidaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
worra dheeboteef bisaan kenna'a. Isin worri biyya Teema'aa, worra baqatee dhufeef sagalee kenna'a.