Isaiah 21:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami goraade nama ijeeftuufi, t'iya nama woraantufi, gaargala woraanaa baqachu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guraadee jalaa; guraadee luqqifatame jalaa; buundhee namatti qaban; woraana jabaate keessa waan dheessaniiraniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan shallaagaa jalaa, guubee dhifante jalaa fi lola o'e jalaa baqataneeran.