Isaiah 21:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan naani jed'e, gannuma toko keesati jabeenni gosa Kedari inhobaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan akkana naan jedhe, «Akkuma wolii galteen hojjata'aa fi hojjachiisa'aa dhumu ulfinni gosa Qeedaarii woggama tokko keessatti bada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa anaan, «Akka nami yenna'aaf qaxaramee hujuu woggaa laakkowatu, ulfinni Qedaarii woggaa tokko keessatti gad hin deebi'a.