Isaiah 21:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami janni worra Kedari nama t'iyaati, ammo worrale namuma diqaati hafa. Dubbi tana, ana, AABBO Waaqa Israeliiti jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri buundhee qabatanii lolan ka loltoota gosa Qeedaarii keessaa hafan namoota hago'o; waan kana ana Rabbii Waaqa Israa'eliititu dubbate.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltooti jajjabi Qedaarii, ta guube'een loltu, worri lubbu'uun hafe diqqaa hin te'a. Ani Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii tana dubbadheera» jedhe.