Isaiah 21:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini daayya keesa waan hamtu arge, wonti hamtuuni sunini, saamachafi woballeesiti. Duula Elamu kaa wo had'a! Duula Media, dira marsa, had'a! Waaqi gaargala worri Babiloni d'ufeeni inhobaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani mudhata rakkisaa arge; gantichi dabarsee kenna; saamtichi hin saama; Eelaam! ka'i; Meedoon ka'ii marsi! rakkinna isiin fidde maraa hin hambisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani mudhii nama sodaachittu dhagge: Ka nama dabarsee kennu, dabarfamee hin kennama; ka nama saamu hin saamama. Ee loltoota Elaamii, ka'a'a! Ee loltoota Medoonii, qachaa marsa'a! Rakkoo Baabilon fidde mara ani hin hambura.