Isaiah 21:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti anini daayya suni keesa arge d'agaye yayu na mudamsiifte na d'ukubsite, akuma nad'eeni d'ala ch'ininfattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rakkinna kanaan duddi na cite; akka dubartii ciniinsifattuutitti hucuucame; waan dhagayeen gatantare; waan argeen raafame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani tana yennaa dhage'e, yennaa dhaggelle, hidhi na citee, akka dubartii ciniinsifattuu te'ee, gad gugguufe.