Isaiah 21:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mataani lafa na mare, anini akanumati mudame holad'e. Anini qara d'ia aduu eege, ammo isiini d'umnaani mudamsu ch'alla argad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaan na raafame; sodaan na hollachiise; ifti ani hawwe; sodaa guddaa na keessa bulche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaan kiyya raafamee, naasuun na rommisiitte; bariin ani halchu, sodaa guddoo natti teete.