Isaiah 21:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daayya suni keesa sagale baasani, waan mimid'aadu nami ira tau lafa afaani, nami ira tatae nyaate wo d'uga. Hojuma suni qonqooni d'ufte waan jette, Abbooti duula, wonte teesani kurfefad'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhiyana qopheessan; afaa afan; hin nyaatan; hin dhugan! isin muudamtoonni ka'aa'a! wontee dhadha'aan qulqulleessaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan sagalee qopheessane; itillee afane; nyaatanee unane; dedhuma ajaji, «Isin ajajjooti loltootaa ka'a'a. Wontee teessan zayiti'iin haxowadha'a!» jedhu baye.