Isaiah 21:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja inni nama farda yaabatu ka lama lamaani d'ufufi nama harreefi gaala yaabatu argu, inni ha aka dansaa ilaale mid'aafatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Konkolaataa fardaa; ka farado'oon harkifamu yoo arge; worra harree yaabbatan; worra gaalaan gulufan yoo arge; haa beekuu; midhaassee haa hubatuu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni garreettota fardaa, ka farda lama lamaan harkifamu, worra harre'ee fi gaala irra tee'ee deemu, yennaa dhaggu, hubatee ilaaluu ti» jedhe.