Isaiah 21:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani namichi lafa eegu kaani waan jed'u, Aabbo, anini halkani guyya doofi tiyya gubba eje wo laale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka eegu hin iyye; akkana jedheen; «Gooftaa'a! guyyaa maraa siree rarraasa'aa irra dhaabadheera; halkan maraa hulema kiyya jira;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba eeddichi, «Ee Gootta'a, ani guyyuma guyya'aan xelleephoo irra dhaabbadha; halkan guutuulle dammaqee eega» hin jedha.