Isaiah 21:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hojuma suni nami fardo yaabatu lama lamaani gad'ufe. Nami lafa eeguleeni iyye waan jed'u, Babiloni ya badde! Yaabadde! Wonti harkaani boch'ani ka worri kad'ate kaani ya lafa jidde ch'ach'abde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
namichi tokko konkolaataa fardaan harkifamuun dhufeera; akkana jedhe, ‹Baabiloon kufte; kufte! fakiiwwan waaqa isi'ii maruu; caccabanii lafatti kufan›»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, nami tokko garreettaa fardaa ka farda lamaan harkifamu irra tee'ee dhufiisatti jira. Eeddichi ammalle «Kunoo, Baabilon jidde! Jidde! Fakkiin waaqota dharaa isi'ii marti bututtee lafa harcaate» jedhe.