Isaiah 22:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini d'aamsa waan Bale Daayya, ka d'aamani. Maani isi? Nami dira kana maanifi mana kore gubbaa ejaanja?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbii hulee «Mudhata dhooqaa» jedhamee waamamutti dubbatame; mee isin maruu maal rakkattaniiti; ka mana mana gubba'aa irra baatan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergaan marroo Dhooqa mudhi'ii ta asii gad jirtu: Isin maan teetanee, marti keessan heellichoo manaa gubba'atti ol baatane?