Isaiah 22:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani guyya suni isani yaame, aka isani laalefatani bootani mata haadatani ch'arqi naqatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san Gooftaan; Rabbi Gooftaan banii maraa akka boottanii fi bade jedha'aa akka iyyitan; akka rifeensa keessan buqqiftan; akka uffata gaddaa uffattan isin waame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san Goottaan, Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dande'u boottanee, wiiccifatanee mataa haadattanee, woyaa gaddaallee akka uffattanuuf isin waame.