Isaiah 22:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan nani jed'e, Haga worri kuni jiru ch'ubbu tana inaraaramanifi. Dubbi tana ana, AABBO Waaqa guddati, jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi banii maraa « Yakki kun yoo duutanillee dhugamaan isinii hin dhiifamu» jedha Gooftaan; Rabbi Gooftaan banii maraa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade natti dubbatee, «Dhugumaan yakkaa tanaan duutan malee, araara hin dhaggattanu» jedhe; Goottaan, Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dande'u tana dubbateera.