Isaiah 22:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini eenu ufi seeta? Eenuti gaara kana gubbati, irreesa qotad'i siini jed'e?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Asii maal goota? akka hulee kanatti bakka awwaalaa qopheeffattu; hulee ol gubba'aa irratti akka bakka itti awwaalamtu bucattu; akka dhagaa reeffi kee irra ciisu bocattu eentu sii eeyyame?›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Ati asii maan hujja? Asitti addee awwaalaa akka qopheeffattu, kooba irratti addee awwaala akka bocattu, addee reeffi keeti itti foorfatu rassaa keessatti akka qopheeffattu, eentu si'iif eeyyame?