Isaiah 22:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka gulluba si marse gara lafa guddo d'ibi si darbata. Duuba achiti d'aatu gaara atini kiyyibduuni kaaniti doota, waan atini worra gudda keeti ch'eersiteefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Si marsee si marsee akka kubba'aa si marsee; gara biyya badha'aa si darba; ati mana Goofta'aa ka hara baafannaa keetiititti duuta. konkolaataawwan kee ka ulfinnaa achitti hafan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akka kubba'aa si maree, gara biyya badho'oo si hin qolaansa; ati achitti hin duuta; garreettoti keeti ka fardaan harkifamanu ka ulfinnaa achitti hin hafan; atille mana goottaa keetiitiif salphinna hin teeta.