Isaiah 22:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami diraa ch'ufti maafi dibbise wolti baha? Nami ch'ufti maanifi lalabe gammada? Nami keesani ka due woraana keesati indoone.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati qachaan wony'i keessa guute; qachaa raafamaatii fi ta burraaqaa; worri si keessatti ajjeefaman worra guraade'een dhumanii miti; woraanaanillee hin duune;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee qachaa caancaan guutame, ee qachaa hoga'aa fi caaqaa, kolbaan teeti shallaaga'aan hin ijjeefanne yookiin lola keessatti hin duune.