Isaiah 22:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini akuma d'isa woini d'isani isa jabeese, gurri worra isaa isa iraa baha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isa akka xiribbaa jaba'aatitti isa dhaaba; maatii mana abbaa isaatiif nama ulfinnaa isa taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee addachiittu'utti akka shikaala'aa jabeessee isa hin dongora; inni mana abbaa ifiitiif barcumaa mootumma'aa ka ulfinnaa hin te'a.